Youri Tielemans taphataa sarara gidduu keenya haaraadha! Maanchistar Yunaayitid taphataa kana mallatteessisuuf kontiraata Youri Tielemans keessatti £m35m akka gadhiifamuuf waliigalaniiru. Aston Viilaan taphaticha gurguruuf yaada akka hin qabnee fi waliigaltee haaraa akka isaaf dhiyeesse himama. Haa ta'u malee sababa keewwata gadhiifamuu kontiraata isaa irratti ka'een taphaticha gadhiisuuf dirqaman. Kilaboota biroo hedduudhaafis fedhii kan qabu ta'us filannoowwan isaaf jiran hunda keessaa gara Maanchistar Yunaayitid deemuu filate. [ Atileetiksii ] . #MUFC #MANCHESTER_UNITED ♡ ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ @Manchester_United_fan2 @Manchester_United_fan2
https://t.me/Manchester_United_fan2/45011