Updates & Attention : 🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺 Ogeessota Fayyaa Ragaa ogummaa(professional License) Fudhachuuf Iyyannoo keessan Dhiyeeffattan Hundaaf:- 🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺 ✍️1. Kaffaltiin ragaa ogummaa fudhachuuf raawwatamu kamiyyuu maqaa ogeesichaan alatti kan hin danda'amne ta'uu beektanii maqaa keessaniin kaffaltii akka raawwatan, ✍️2.Ogeesotni Feedback(duub-deebii) isiniif kenname ''Pending'' ykn 'Rejection' irra jiran duub-deebii isiniif kenname Application History irra jiru dubbisuun erga sirreeffattanii booda Sign and Update kan jedhu cuqaasuun Pending ykn Rejection jalaa akka of baastan, ✍️3. Ogeesotni ragaa ogummaa fudhachuuf gara BFO dhufuun kan hin barbaachifnee fi bakkuma jirtanitti kan fudhachuu dandeessan ta'uu beektani baasii biraaf akka hin saaxilamnee fi Waa'ee ragaa ogummaa(Professional license) waliin walqabatee BFO kan isin hin keessumeesine ta'uu cimsinee beeksifna. #Daar.Reegulaatorii Irraa.
https://t.me/healthissuess/1405