🗣️ Kiristiyaanoo Roonaaldoo: "Chaanaalonni tokko tokko na kuffiisu fi na balleessuuf yaaluun isaanii naaf gala garuu kana gochuu kan danda'aan qawwee qofaanidha. Osooma sun ta'eellee rasaasa isaaniif harkaa hin kennuu." Namoonni na jaallachuu dhabuun duraanuu waanan beekuudha sana to'achuu hin danda'u garuu bara kana waggoota jaalalli akka maleettii baay'ee natti dhaga'ame keessaa tokkodha." Kaayyoon koo gooliiwwanko 1,000n gahuudha gareen biyyaalessaa waliin ammoo Neesheensi Liigii injifachuudha ."jedhera turtii gaazeexessitoota waliin godheen. Mee isinoo mal jettaan ...... ???
https://t.me/Addunyaa_ispoortii/18708Advertise on this channel
Sign up to book placements and manage campaigns in the advertiser cabinet.
Escrow-protected deal — pay only after the ad is published.
Open Addunyaa ispoortii on Telegram
Jump straight to @Addunyaa_ispoortii on Telegram. Adstail opens it in a new tab so your stats session stays intact.
Addunyaa Ispoortii offers 24/7 updates on sports news, particularly focusing on European leagues, the Champions League, and live broadcasting of matches. The channel features player highlights, team updates, and insider information with an engaging and informative tone.
vs last week
Reach (week avg) ÷ subscribers
Average for the past 7 days
56 this week
Average comments per month
Average reactions per month
Updated Sep 24, 2026, 3:04 AM UTC
Trends
How subscribers, reach and posts change over time.
Subscribers
Reach
Posts
Latest post
Top post (last 30 days)
Frequently Asked Questions
Quick answers about advertising on Addunyaa ispoortii.